PSYCHOLOGICAL ANALYSIS
PSYCHOLOGICAL ANALYSIS
![]() |
inxala Sammuu
Addunyaan tun eessaa garamitti?
Ilmi namaa jiraachuudhaaf bu'aa bayii jireenyaa hadhaa fi mi'aa keessa qaxxaamuree tattaaffii fi carraaqqii wal irraa him cinneen galma gaya. Imala tirannaa milkaa'ina isaa keessatti meeqa kufaa meeqa gatantaraa meeqa ka'aa hiree fi kaayyoo isaa bira gaya.
Kuni osoo akkanaan jiru addunyaan dhugaa kan ijaan arginu kan hubannu kan xiinxalinu eessaa kaatee maal irra jirtii fi garamitti adeemti judhu hubachuu nu barbaachisa.Addunyaan
kaleessaa seenaa waraanaa,seenaa diinagdee,seenaa qaroominaa fi seenaa amantii garaagaraa keessaa furguuggamtee as geesse.Fakkeenyaaf waraana addunyaa tokkoffaa,lamaffaa fi sadaffaa fudhannee ilaallu dandeenya.Sababii waraanota addunyaa kanniin yoo ilaalle dhimma diinagdee dhimma amantii dhimma hawaasummaa fi dhimma ol aantummaa biyyi takka biyya biroo irratti qabdu agarsiisuuf fa'a ta'a.Addunyaan ammaa tun akka as gettuf gumaachi hayyootaa galata guddaa qabu.

Comments
Post a Comment