Posts

Showing posts with the label healthcare services through teknologyy

TAJAAJILA FAYYAA KARAA Technology tin!

Image
Tajaajila fayyaa (Healthcare services) Kaayyoon tajaajila fayyaa maali? Tajaajilli fayyaa akkamiin fooyya`a? Biyyoota guddatanitti tajaajilli fayyaa karaa barumsaas tahe karaa technology yookaan karaa meeshaalee tajaajila fayyaaf oolaniin hedduu guddateera. Qorichoonni dhukuba adda addaaf fayadamanii fi qorannoon fayyaa adda addaa fakkeenyaaf kan akka X-ray, Ultrasound, CT-Scan,MRI baayyee fooyya`aniiru. Biyya keenyatti tarii barumsi jiraachuu dandaha. Meehsaaleen kunneenis haga tahan jiraachuu ni malu garuu namoota muuxannoo qaban hedduu waan qabnu hin sehu. Warreen baratanis meeshaa fi qoricha barbaachisu dhabuun yeroo baayyee nama yaaluu dadahbuun akka rakkatan beekamaadha Har`a waaniin dubbachuu barbaadu garuu waa`ee meeshaalee hammayyaa yookaan barumsa gurguddaa miti. Akkaataa itti tajaajila fayyaa keninu dha. Dhukubsataan tokko gargaarsa fayyaaf yeroo gara hospitaalaa dhufu waardiyaarraa kaasee akkamiin simatama? Manni galmee dhukubsataa akkamiin tajaajilu yookaan keesumsiisu? Dh...